{"id":1290,"date":"2022-05-16T13:04:56","date_gmt":"2022-05-16T13:04:56","guid":{"rendered":"https:\/\/oromiawritersassociation.org\/?p=1290"},"modified":"2022-05-16T19:41:47","modified_gmt":"2022-05-16T19:41:47","slug":"taateewwan-gurguddoo-seenaa-ogbarruu-oromoo","status":"publish","type":"post","link":"https:\/\/oromiawritersassociation.org\/oro\/2022\/05\/16\/taateewwan-gurguddoo-seenaa-ogbarruu-oromoo\/","title":{"rendered":"Taateewwan Gurguddoo Seenaa Ogbarruu Oromoo"},"content":{"rendered":"<p class=\"wp-block-paragraph\"><strong>Tafarii Nuguseetiin<\/strong><\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\"><\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Taatee gurguddoo 100 seenaa ogbarruu Afaan Oromoo keessatti<br>Major 100 events in Oromo Literary History<\/p>\n\n\n\n<ol class=\"wp-block-list\"><li>Dhuma Jaarraa 13ffaa &#8211; Kitaabni jalqaba Oromoo Rabbi Al Qulbi Ali Umariin barreeffame.<\/li><li>1682 \u2013 Kitaabni jalqaba hiika jechootaa (galmee jechoota xiqqoo) Afaan Oromoo Ludalfi Hiyuboon qubee Laatiniitin barreeffamee maxxafame.<\/li><li>1755- Afaan Oromo Bara Mootii Iyyaasuu tokkoffa afaan hojii masaraa Gondar ta\u2019e.<\/li><li>1795- Weedduun Salamoon Jams Biruusin Afaan Oromootti jijjiiramee maxxanfame<\/li><li>1814- Henerii Saalti galmee Jechoota Afaan Oromoofi Afaan Ingiliizitiin maxxanse<\/li><li>1824- Bililleen dhalatte.<\/li><li>1838- Af walaloon Oromoo Faransaayitti Waaree, Gaba\u2019oofi Jomaardin maxxanfame.<\/li><li>1840- Kitaabni uumafi Yohaannis Kiraamfin maxxanfame.<\/li><\/ol>\n\n\n\n<ul class=\"wp-block-list\"><li>Bililleen walaloo 280 Kaarlii Tuusheekiif kennite.<\/li><\/ul>\n\n\n\n<ol class=\"wp-block-list\"><li>1841-Rocheti Herkoti galmee jechoota Afaan Oromoo maxxanse.<\/li><li>1842- Seerlugni Afaan Oromoo Kiraamfin barreefame maxxafame.<\/li><li>1843-Chaarles Beek jechoota Afaan Oromoo walitti qabee maxxanse.<\/li><li>1844- Kaarli Tuusheek, Akkafedhee Daallee, Oshuu Aagaa, Amaan Goondaa, Bililleen barreessan seerlugni Afaan Oromoo maxxanfame.<br>-Kaarli Tuusheek, Akkafedhee Daallee, Oshuu Aagaa, Amaan Goondaa, Bililleen barreessan galmeen jechoota Afaan Oromoo maxxanfame.<\/li><li>1848- De Abbadee gara dhiha Oromiyaa dhufe.<\/li><li>1852- Manni barumsaa Jalqabaa Oromiyaa keessatti, Horroo Guduruu, Kombolchatti Abbaa Masayaatin baname.<\/li><li>1853- Abba Jakob kitaaba Katekimus Afaan Oromootti hiikee maxxanse.<\/li><li>1854- Manni barumsaa lammaffaa Limmuu Saqqaatti baname.<\/li><li>1855- Ganamee Yaa\u2019ii seenaa ishii \u201cIntala Oromoo\u201d jedhu maxxansite.<\/li><li>1856- Onesimos Nasib dhalate.<\/li><li>1866- Abba Masaya Kolleejjii Afaan Oromoo qulqulluu Mikaa\u2019elaa Firaansi, Maarsetti bane.<\/li><li>1867- Abba Masaya seerluga Afaan Oromoo maxxanse.<\/li><li>1869- Manni barumsaafi kolleejjin Afaan Oromoo Finfinnee, Birbirsatti (Piyaassaa) baname.<\/li><li>1874- Asteer Gannoo dhalatte .<\/li><li>1875- Mootin Yohaannis mana barumsaafi Kolleejjii Oromoo akka cufu Minilik ajaje, Minilikis mana barumsaafi kolleejjii kanneen humnaan cufe.<\/li><li>1876- Kitaabni qulqulluu kakuu haaraa Kiristiyaan Ruufoon hiikame maxxafame.<\/li><li>1881-Kaatolikoonni Finfinnee ari\u2019aman Hararitti mana barumsaa banan.<\/li><li>1882- Shek Mahammad Jamil al Anni, kan waayee Oromoo afaan Arabaan kitaabota shantamaa oliin barreessan waraana daangaa Raayyaafi Affaar jedduutti Mootii Yohaannis wajjin godhamerratti wareegaman.<\/li><li>1885- Walaloon Oromoo Bililleen barreeffame maxxanfame.<\/li><li>1886- Onesimos Nasib kitaaba Galata Waaqayyoo Gooftaa Maccaa jedhu maxxanse.<\/li><li>1887- Etere Veterbo galmee seerluga Afaan Oromoo maxxanse.<\/li><li>1893- Firaanzi Piratooriyas seerluga Afaan Oromoo maxxanse<\/li><li>1894- Onesimos Asteer Gannoo wajjin Jalqaba Barsiisaa maxxanse.<\/li><li>1895- Shek Bakiriin dhalate.<\/li><li>1898- Manni barumsaa Afaan Oromoo Bojjii Karkarrootti baname.<\/li><li>1899- Onesimos Katekismos, Garaan Namaa Mana Waaqayyoo yookiis Iddoo Bultii Seetanaa, kitaaba Qulqulluu guutuufi Galmee jechootaa Afaan Oromoo-Siwiidinii maxxanse.<\/li><li>1899-Asteer Gannoo, si\u2019a lama oduu shantamii lamaafi kitaaba Afoolaa maxxansite.<\/li><li>1900- Onesimos mana barumsaa Afaan Oromoo Asmaraatti bane.<\/li><li>1900- Abba Jaakoob kitaaba Wangeela Maatiwoos, kadhaa ganamaa fi galgala, kitaaba muldhataa Yohaannisiifi abboommii kurnan Afaan Oromootti hiike.<\/li><li>1904- Onesimos Najjotti mana barumsa bane.<\/li><li>1913- E.C. Foot\u2019s Galmee jechoota Afaan Oromoofi Afaan Ingiliizii maxxanse.<\/li><li>1922- Iniriikoo Chiruulii kitaaba Phd isaa Afoola Oromoo jedhu maxxanse.<\/li><li>1923- Asteer Gannoo mana barumsa Naqamteetti bante.<\/li><li>1925- Joosef Muzinjer Paashaa (haadhan Oromoo abbaan Bulchaa Galaana Diimaafi jeneraala Misirii) walaloo Afaan Oromoo maxxanse.<\/li><li>1931- Onesimos Nasib boqatan.<\/li><li>1936- Walaloon Fayyis (Mana hidhaa fashistiitti kan du\u2019e) Nazif Hakimaatin maxxafame.<\/li><li>1936- Raadiyoon Afaan Oromoo Jimmaaf Finfinnetti eegale.<\/li><li>1936- Kitaabni barataa Afaan Oromoo maxxanfame.<\/li><li>1936- Shek Bakriin walaloo barreesuu egale.<\/li><li>1939- Maariyoo Morino seerluga Afaan Oromoo maxxanse.<\/li><li>1941- Raadiyoon Afaan Oromoofi manni barumsaa Afaan Oromoo Xaaliyaanonni banan cufame.<\/li><li>1944- Afaan Oromoo tajaajila kamiifiyyuu akka hin oolle seerri dhorku bahe.<\/li><li>1955- Sheki Bakiriin qubee Afaan Oromoo xumure.<\/li><li>1961 Waldaan Maccaafi Tuulamaa hundaa\u2019e.<\/li><li>1962- Baandiin Afran qalloo hundaa\u2019e diraamaa gaggabaabofi sirboonni barreefamuu eegalan.<\/li><li>1964-Tiyaatirri jalqabaa Afaan Oromoo Maammoo Mazammiriin barreefamee, Bishooftutti muldhate.<\/li><li>1965- Barruulen Oromoo kana beekta laata Finfinneetti eegale.<\/li><li>1970- Raadiyoon Afaan Oromoo Maqadashootti baname.<\/li><li>1971- Gaazexaan Oromoo \u2018the Oromo voice against tyranny\u2019 jalqabe.<\/li><li>1973- Hirmaata dubbii seerluga Afaan Oromoo fi Bara birraan yoo bari\u2019e (dirama) Hayilee Fidaatin barreeffamanii bahan.<\/li><li>1973- Raadiyoon Harar baname.<\/li><li>1973- Huursaa (asoosama) Dafaa Jamoon barreeffamee maxxanfame.<\/li><li>1973- Oromo oral literature Mangasha Riqituun qophaa\u2019e maxxanfame.<\/li><li>1975-Gaazexaan bariisaa maxxanfamuu eegalte.<\/li><li>1975- Fura Afaan Oromoo kan qubee amma fayyadamnu guututti qabdu Sheek Mahammad Rashaadiin maxxanfamte.<\/li><li>1976- Kitaabonni Soshalizimii faarsani namoota akka Tamsegen Gammadaa , Jaalataa Jaafaroofi Kuwee Kumsaan barreffaman maxxanfaman.<\/li><li>1976- Bilillee Safaa Sheek Mohammad Jajjuu qubee Arabaa fayyadamuun walaloo Afaan Oromoo barreessan maxxanfame.<\/li><li>1976- Korri qubee Afaan Oromoo Gaara Mul\u2019ataatti gaggeeffame.<\/li><li>1981- Kitaabni walaloo Biliqqaa jedhamu Xahaa Abdiin barreeffame maxxanfame.<\/li><li>1982- Kitaabni Oromiya jedhu Gadaa Melban barreeffamee maxxanfame.<\/li><li>1982- Abbaan Walaloo Oromoo Sheek Bakiriin boqatan.<\/li><li>1984- Kitaabni walaloo Hanga yoom nu hidhu Taammanaa Bitimaan barreeffamee maxxanfame.<\/li><li>1988- Afaan Oromoo mana barumsaa baqattootaa keessatti ittiin baratamuu eegale.<\/li><li>1990- Galmeen jechoota Gireeg Gaanyee maxxanfame.<\/li><li>1990- Galmeen jechoota Xilahuun Gamtaan maxxanfame.<\/li><li>1990- Kuusaa Gadoo raadiyoon seeneffame.<\/li><li>1990-Gumbiin aadaa Wallaggaa Dafaa Jamoon barreeffamee maxxanfame.<\/li><li>1990- Kuusaa jechoota (galmee jechoota) Dafaa Jamoon barreeffamee maxxanfame.<\/li><li>1991- Caamsaa 28 Dargiin kufe.<\/li><li>1991-Waxabajjii 25 qubeen Afaan Oromoo Oromiyaa guututti hojiirra akka oolu murteeffame.<\/li><li>1991- Hagayya Kuusaa Gadoo Gaaddisaa Birruun barreeffamee maxxanfame.<\/li><li>1991- Fulbaana Godaannisni Dhaabaa Wayyeessan barreeffamee maxxanfame.<\/li><li>1991- ETVn sagantaa Afaan Oromoo eegale.<\/li><li>1991-Quraanni Sheek Mohaammad Rashaadiin Afaan Oromootti hiikkamee maxxanfame.<\/li><li>1992- Kitaabonni barnootaa Afaan Oromoon maxxanfamanii bahan.<\/li><li>1992- Barattoonni Oromoo afaan haadha isaaniin barachuu eegalan.<\/li><li>1992- Tiyaatirri, Dukkanaan Duuba, Jennaanifi Imimmaan Dhaabaa wayyeessan barreeffaman waltajjiitti dhiyaatan.<\/li><li>1992- Tiyaatirri Qorannoo Mootummaa Asaffaafi Diimaa Abarraatin barreeffamee waltajjiitti dhiyaate.<\/li><li>1993- Suuraa Abdii Kumsaa Burayyuun barreeffamee maxxanfame.<\/li><li>1993-Yaadaniin ( Bantii Oliiqaa?) barreeffamee maxxanfame.<\/li><li>1993- Kooba Dubbii Mahaammad Qopheen barreeffamee maxxanfame.<\/li><li>1993- Seerluga Afaan Oromoo Abdul Samad Mohaammadiin barreeffamee maxxanfame.<\/li><li>1994- Kitaabni Qabee jettu Wasanee Bashaatin barreeffamte maxxanfamte.<\/li><li>1994- Dhangaafi diraaman TV afaan Oromoo eegale.<\/li><li>1994- Tiyaatirri Dhaaba Wayyeesa Fuula Dhokate jedhu waltajii argate.<\/li><li>1994- Tiyaatirri Jilbiibbii Fayyisaa Yaaddessaan barreeffamee waltajjii argate.<\/li><li>1995- Tiyaatirri Hulluuqqoo Abdul Naasir Haji Hasaniin barreeffamee waltajjii gahe.<\/li><li>1997- Kolleejjin barsiistotaa Afaan Oromoon leenjisuu Jimmaaf Adaamatti baname.<\/li><li>1998- Qorumsi afaan Oromoo kutaa kudha lamaffaa eegale.<\/li><li>1998- Afaan Oromoo akka quxusuutti (minor) Yuuniversiitii Finfinneetti eegale.<\/li><li>2002- Afaan Oromoo Digirii jalqabaan Yuuniversiitii Jimmaafi Haramaayatti kennamuu eegale.<\/li><li>2005- Afaan Oromoo Mastariin Yuuniversiitii Finfinneetti eegale.<\/li><\/ol>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\"><strong>Tafarii Nugusee <\/strong><\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Qorataafi ogeessa Ogbarruu Oromoo<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">2022<\/p>","protected":false},"excerpt":{"rendered":"<p>Tafarii Nuguseetiin Taatee gurguddoo 100 seenaa ogbarruu Afaan Oromoo keessattiMajor 100 events in Oromo Literary History Dhuma Jaarraa 13ffaa &#8211; Kitaabni jalqaba Oromoo Rabbi Al Qulbi Ali Umariin barreeffame. 1682 [&hellip;]<\/p>","protected":false},"author":2,"featured_media":1286,"comment_status":"open","ping_status":"open","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":{"pagelayer_contact_templates":[],"_pagelayer_content":"","footnotes":""},"categories":[1],"tags":[94,93],"class_list":["post-1290","post","type-post","status-publish","format-standard","has-post-thumbnail","hentry","category-all","tag-afaanoromoo","tag-ogbarruuoromoo"],"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/oromiawritersassociation.org\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/1290","targetHints":{"allow":["GET"]}}],"collection":[{"href":"https:\/\/oromiawritersassociation.org\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/oromiawritersassociation.org\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/oromiawritersassociation.org\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/users\/2"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/oromiawritersassociation.org\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=1290"}],"version-history":[{"count":2,"href":"https:\/\/oromiawritersassociation.org\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/1290\/revisions"}],"predecessor-version":[{"id":1329,"href":"https:\/\/oromiawritersassociation.org\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/1290\/revisions\/1329"}],"wp:featuredmedia":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/oromiawritersassociation.org\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media\/1286"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/oromiawritersassociation.org\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=1290"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/oromiawritersassociation.org\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=1290"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/oromiawritersassociation.org\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=1290"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}