BADHAASNI OGBARRUU GAADDISAA Marsaa 4ffaa 2025 milkiin xumuramee jira

Badhaasni Ogbarruu Gaaddisaa 4ffaan Dilbata darbe Muddee 14,2025 magaalaa Bishooftuu Riizoortii Nooraatti gaggeeffame milkiin xumurame. Badhaasa Ogbarruu Gaaddisaa 4ffaa kana irratti beekamtiin waraqaafi waancaan namoota armaan gadiif laatameera.

Obboo Dirribii Damisee Bokkuu Badhaafamaa Umurii guutuu ta’aniiru

Gazexeessaa fi Barreessaa Isaayyaas Hordofaa Miijanaa Kitaaba isaanii filannoowwaan garaa garaatiin uummataaf dhiyeessuu isaanitiin badhaafamaa ta’anii jiru.

Sirna badhaasichaa irratti namoota asoosama daa’immannii barreessaniif, barreessitoota dhimmoota ijoo irratti barreessanii fi barreessitoota dubartootaatiif beekkamtiin kennamee jira. Barreessitoota dubartootaa beekkamtiin keennameef; 1.Pirofeesar kumee kumsaa 2. Dr Ruqiyyaa Aliyyii 3. Gaazexeessituu Saamiraawit Girmaa. 4. Daraartuu Caalchisaa 5. Yawubdaar Li’ul yoo ta’an.

#Asoosama_dheeraadhaan Jennenus Dajanee kitaaba isaa GUMBUMMII EELAA jedhuun sadarkaa 1ffaa Baay’isaa Nigusee kitaaba isaa AAGII jedhuun sadarkaa 2ffaa
Borifaam Baacaa kitaaba isaa SA’A ABIDDA DHALTE jedhuun 3ffaa ba’ aniiru.

#Asoosama_Gabaabaatiin:_ Sobbooqaa Guddataa kitaaba isaa “GUDUUFFAA GANAMAA” jedhuun 1ffaa, Daraaraa Urgaa’aa kitaaba isaa “KILLA jedhuun 2ffaa Kibabuu Damisee kitaaba isaa “SUMMII BOFAA” jedhuun 3ffaa ba’aniiru.

#Kitaaba Walalootiin Mohaammad Nuur Gabii Kitaaba “GUMAATA SEENAA” Jedhuun 1ffaa Namsoo Gadaa Kitaaba “BURQAA HAYYUU” jedhuun 2ffaa Badhaasaa Darajjee kitaaba “LOOGOO JAALALAA” jedhuun 3ffaa ba’aniiru.

Akkasumas, namoota iskitiiptiwwan tiyaatiraa, fiilmii, diraamaa raadiyoofi Tv dabalatee miidiyaaleefi manneen kitaabaa adda addaafis beekamtiin laatameera.

May be an image of text
May be an image of text that says 'Nadhi Gubaa jaalala yaadee qabamtee darbamuu ulfaa'e Mixadhees, geenye Huxadhees, narraa hin cabeen gubaa ee3aa dhabeen, galbil AAGII keessatti Nadhi kOO iddoo Hogbarruun Oromoo burgituutti maddee Dhaloonni waan isan beekee beeksisuut, Barruulen hogbarruu akka galaanaatti y'a barsusuuf nojutti argisiistuu Oromooti Barreessaa galaana coba dhufeera cimmisee dhiyaadhaa! abuuruun aartıi gabama gabar dubbisuuuti Aagi boru BeлyиTTaa qabachuudha. Abbaa dhugaa rakkataa aagiif Kitaabichis caree dhugaa dhiyaadhaa! Dhaloota kun nama O6a maqaa kıtaaba boodaa kitaabni gara ogbarruu Oromoott dhufan keessaa barreessaan hedata Oromoo haalan hubate auu, moggaasni kenna. hubadhu, dhugaa irrath eeruu want akeektudha galuu danda'u BAAY'ISAA NUGUSEE BADHAASOO Finfinnee, Oromiyaa 6418/ 2024'
May be an illustration of text
May be an image of text that says 'galfata kennani, aafi sharril ormaa waan waanbaroot- baroot- gabaachisa. isa. thaal Gulaa- SUMMIII BOT MAXXANSA 1TA staaf Lap SUMAMII Gatii-250Birr. 250Birr. Gatii price-$30 那隊 KIBABUU DAMISEE KIBABUUDAMISEEBAYYANAA BAY BAYYANAA FINFINNEE,OROMIYAA FINFINNEE OROMIYAA EBLA,2016 EBLA,'
May be a doodle of ‎text that says '‎BURQAA HAYYUU Hin filanne gabrummaa, Humnaan sammuutti baannee. Mop Ergisaan qabdi, abbaatti laanne. tiksina, Akka budaan חור nyaanлe, keechas kan: fudhatama Kitaabni kun Dhuguma Burqas Seenaa Duudhaa Oromoo irraa waraabbatanii dhugan. Qabiyyeen Barruu kanaa Xabboo Oromoon Bulfatee, kununfatee akkasumas kabajatee gahee fuldurattis akka caroo isaattı laalu hedduu hammatee ira. Kitaabni Daawitu Eenyummaa, Afaan, Aadaa Xiigeffannaa Hawaasa Oromoo Kitaaba kana dubbisuun dhangaa qopheessan dhandhamuudha. Barreessas, NAMSOO GADAA Birhaanuu Taakkalaa Yuunivarsiitil Madda Walaabuutti: Qorataa, Barsiisaa Afaanii Xiingaoqa Hawaasaa. Dhaloota Raajii Baksuu Yaadatee Alberta, ajlBaksw.YaadateAiberta.Gad Canada) Fifinnee Oromiyaa Gati Qr. 250 $30 Amajjii 641 6418 8 /2024 NAMSOO GADAA BADHAASOO‎'‎
mockups-design.com

Yaadichaaf deebii kenni

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Oro_ETORO
Scroll to Top