Latest Past Events

IBSA MIIDIYAA

Ibsi Miidiyaaleef Kennamee jira Waldaan Barreessitoota Oromiyaa Onkoloolessa 18, 2016 jechuunis Dilbata miilanaa waaree booda sa'a 7 irraa eegalee, Hoteela International Ililliitti, sirna badhaasa Ogbarruu Gaaddisaa ni adeemsisa. Sirna Badhaasaa kana gubbaatti: - Kitaabota Ogbarruu bara 2014 (Akka lakkoobsa Itoophiyaatti) maxxanfaman keessaa, kitaabni filatamaa ta'e ni badhaafama. - Og-barreessitoota  Afaan Oromoo, dhiibbaa uuman 12'f beekamtiin …

IBSA MIIDIYAA Read More »

en_USEN
Scroll to Top